|
|
|
|
|
|
|
Aannan muchaa ba’eefi dubbin afaani ba’e hin
deebi’u. |
|
|
|
|
|
2. Abaaramaan waciitii itti nyaate dhiita. |
|
|
|
|
|
|
|
|
3. Buddeena nama quubsu, eeleerratti beeku. |
|
|
|
4. Abbaan daadhii dhugeef ilma afaan hin
urgaa’u. |
|
|
|
|
|
|
|
|
5. Abbaan iyyatu malee ollaan hin dirmatu. |
|
|
|
|
|
6. Abbaan lama fuudheef qomoon addaan hin
ba’u. |
|
|
|
|
|
|
|
|
7. Abbaan of hin arguu, sareen gurra fixxe. |
|
|
|
|
|
8. Abshaalli nyaatee gowwaa afaan diba. |
|
|
|
|
|
|
|
|
9. Adaamiin ollaa agamsaa, imimmaan irraa
hin qooru. |
|
|
|
10. Afuura ajaawuufi dubbii namarratti
fokkisu, abbaan ofirratti hin beeku. |
|
|
|
|
|
|
|
|
11. Akka duriifi bakka duriitti hin hafani.. |
|
|
|
12. Akka malee raftee, Rabbiin maqa
balleessiti. |
|
|
|
|
|
|
|
|
13. Alagaa fii dukkanatti ija hin babaasani. |
|
|
|
14. Bineensii argani, nama hin nyaatu. |
|
|
|
|
|
|
15. Al sagal safari, al tokko muri. |
|
|
|
16. “Anillee eegee koofiin du’a” jedhe
weeninniin. |
|
|
|
|
|
|
|
|
17. Antuutin haadha jalatti gumbii uruu
barti. |
|
|
|
18. Arrabni ofii gaaddisa jala taa’ee,
abbaa aduu keessa oolcha. |
|
|
|
|
|
|
|
|
19. Garbuutu, garbuutti irkata. |
|
|
|
20. Asheeta fii bareeda bira hin darbani. |
|
|
|
|
|
|
Congratulations for coming this far! For
additional reading materials, you can click here or here. Urjii has tons of
reading materials in Afaan Oromoo. For further details, visit www.urjii.com
. |
|